Barsiisa Kristaanaa (Kateekismoos) Isa Xiqqaa

Qopheessaan: Dr. Maartiin Luuter

Waa'ee

Waa'ee

Katekizimii Xiqqaa Luuter

Beeksisa Mirga Abbummaa Maxxansaa

Katekizimii Xiqqaa Luuter irraa © 1986 Mana Maxxansaa Concordia (Concordia Publishing House). Mirgi hundi seeraan kan eegame dha.

Dabalataan baay’inaan ykn guutummaatti fayyadama dhuunfaa, waldaa kiristaanaa, yookaan daree barnoota keessatti faayidaa daldalaa hin taaneef maxxanfamuu malees, kutaan hojii kanaa kamiyyuu hayyama barreeffamaa duraan argame irraa malee, bifa kamiin iyyuu yookaan mala kamiin iyyuu (elektirooniksii, makaanikaalaa, waraabbii sagalee, yookaan karaa biraatiin) irra deebiin maxxanfamuu, sirna kuusaa odeeffannoo keessatti kuufamuu, yookaan dabarfamuu hin dandaʼamu.

Concordia Publishing House marsariitii kanaaf geessituu (link) marsariitii keessan irratti fi marsariitii hawaasummaa biroo irratti akka kaaftan isin affeera. Fayyadama biraatiif hayyama argachuuf, Concordia Publishing House bilbila 800-325-0191 irratti qunnamaa yookaan imeelii copyrights@cph.org irratti nu qunnamaa.